Uncategorized

Waltajjiin Walbaruu Daldalaa Fi Invastimantii Itiyoo – Chaayinaa Gaggeeffamaa Jira

 Waltajjiin Walbaruu Daldalaa fi Invastimantii Itiyoo – Chaayinaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Ministir Deetaan Ministeera Indaastirii Hasan Mahaammad, Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Samariitaa Sawaasaw, hoggantoonni Mana Maree Daldalaa magaalaa Finfinnee fi Jilli Mana Maree Daldalaa Chaayinaa waltajjicharratti argamaniiru. Itiyoophiyaa fi Chaayinaan hariiroo Daldalaa fi Invastimantii bara dheeraa qabaachuu Obbo Hasan eeraniiru. Biyyoonni lamaan damee Paarkii Indaastirii, …

Waltajjiin Walbaruu Daldalaa Fi Invastimantii Itiyoo – Chaayinaa Gaggeeffamaa Jira Read More »

Zooniin dinagdee addaa Gadaa cehumsa industirii si’achiisuun dinagdee Itiyoophiyaa sadarkaa olaanaatti kan ceesisu ta’uun ibsame

Zooniin dinagdee addaa Gadaa cehumsa industirii si’achiisuun fi invastimantii hawachuun dinagdee Itiyoophiyaa sadarkaa olaanaatti akka ceesisu daarektarri olaanaa zoonii dinagdee addaa Gadaa ibsan. Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad zoonii dinagdee addaa Gadaa magaalaawwan Adaamaa fi Mojoo jidduutti lafa heektaara kuma 24 irratti argamu Caamsaa 2/2016 jalqabsiisuunsanii niyaadatama. Kanatti aanuun ittaanaan komishinarii komishinii invastimantii Itiyoophiyaa doktar …

Zooniin dinagdee addaa Gadaa cehumsa industirii si’achiisuun dinagdee Itiyoophiyaa sadarkaa olaanaatti kan ceesisu ta’uun ibsame Read More »

Hamma Buna Gabaa Alaaf Ergamuu Guddisuuf Hojjetamaa Jira Jedhame

Hamma Buna Gabaa Alaaf ergamuu guddisuuf hojiin gabaa Alaa babal’isuu hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii beeksiise. Biyyoota Giddu Galaa fi Baha Fagootti gabaa Bunaa haaraa uumuun hojjetamaa jiraachuu Itti Aanaan Daayrektara Olaanaa Abbaa Taayitichaa Shafii Umar dubbataniiru. Kanaanis bu’aa jajjabeessan argamuu himaniiru. Muddama Galaanaa Diimarratti muudateen hanqina Konteenaraa fi Dhiibbaa uumame dandamachuun danda’amuu …

Hamma Buna Gabaa Alaaf Ergamuu Guddisuuf Hojjetamaa Jira Jedhame Read More »

Bidiruun “Xaanaa Nesh” Buufata Doonii Jibuutii Qaqqabd

Dhaabbata Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaan tajaajilaa geejjibaa bishaanirraa biyyaa keessaaf Bidiruuwwan bitaman lama Buufata Doonii Jibuutii qaqqabuun ibsame. Bidiruun geejjibaa deddeebisa ummataaf tajaajiluu fi “Xaanaa Nesh” jedhamtu har’a buufaticha qaqqabuun ibsameera. Bidiruun kunis meetira 38 kan dheerattu yoo ta’u, yeroo tokkotti namoota 188 qabachuu kan dandeessu ta’uu ragaan Dhaabbata Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksiirraa argame …

Bidiruun “Xaanaa Nesh” Buufata Doonii Jibuutii Qaqqabd Read More »

Tajaajilli Kaffaltii Boba’aa Baankota Hundatti Eegaluufi

Baankota muraasa qofatti raawwatamaa kan ture tajaajilli kaffaltii Boba’aa yeroo itti aanu baankota hundatti eegaluuf ta’uu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise. Komii tajaajilamtootaa fi baankileen biroo kaasaa turan furuuf tajaajilicha babal’isuun barbaachisaa ta’uu Abbaan taayitichaa himeera. Filannoowwan kaffaltii kana dura Baankii Daldala Itiyoophiyaa, Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa fi Teelee Birriin qofa raawwatamaa ture Baankilee …

Tajaajilli Kaffaltii Boba’aa Baankota Hundatti Eegaluufi Read More »

Jereh Group Karoora Invastimantii Itiyoophiyaa Babal’isuuf Baase Ifoomse

Rippabiliika Ummata Chaayinaatti Ambaasaaddarri Addaa fi Aangoo guutuu Rippabiliika Dimookiraatawaa Federaalawaa Itiyoophiyaa Tefera Derbew Galma Agarsiisa Garee Jereh, Paarkii Indaastirii Oomisha Meeshaalee Boba’aa Jereh, Meeshaalee Baatirii Deebisuu Jereh Liitiyeem fi Dhaabbata teeknooloojii dijitaalaa Shandong Jerei daawwataniiru. Ambaasaaddarichi pirojektii invastimantii naannoo Affaar, Ityoophiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru hooggantoota Jereh Group waliin mari’ataniiru. Ambaasaaddar Teferaan hoggantoonni kunneen invastimantii …

Jereh Group Karoora Invastimantii Itiyoophiyaa Babal’isuuf Baase Ifoomse Read More »

Chaayinaan biyya jalqabaa paatentii biyya keessaa miiliyoona 4 ol qabdu taateetti.

Dhuma bara 2023tti Chaayinaan biyya jalqabaa paatentii biyya keessaa miiliyoona 4 ol qabdu ta’uun himameera. Bulchiinsi Qabeenya Kalaqa Sammuu Biyyaalessaa biyyattii waggaa waggaadhaan dhibbantaa 22.4 guddachuusaa beeksise. Itti aanaan itti gaafatamaa bulchiinsa kanaa Hu Wenhui galmeen paatentii gatii olaanaa qabu waliigalaa keessaa dhibbeentaa 40 ol akka ta’e akeekaniiru. Kunis Chaayinaan paatentii sirrii akka qabduu fi …

Chaayinaan biyya jalqabaa paatentii biyya keessaa miiliyoona 4 ol qabdu taateetti. Read More »

Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa waggoota 10 darbanitti karaa tajaajila baankii CBE Nuur herrega kuufamaa Birrii biiliyoona 100 ol walitti qabuu beeksise.

Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa waggaa 10ffaa eegaluu Tajaajilli Baankii Dhala Bilisaa (CBE Nuur) Magaalaa Jimmaatti kabajeera.Akka Itti Aanaa Pireezidaantii Tajaajila Baankii Dhalarraa Bilisaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Nuurii Huseen jedhanitti waggoota 10 darbanitti CBE Nuur maamiltoota miiliyoona 6.5 maddisiisuu danda’eera.Bakka qooda fudhattoonni dhimmi ilaallatu argamanitti maamiltoota waliin kenniinsa tajaajila baankii CBE Nuur irratti mariin gaggeeffameera.