Waa’ee Gamtaa Awurooppaa EU carraa daldalaa guddaa kan biyyoota 49f hayyamameef “Everything But Arms – EBA” dhageessanii beektuu? Carraan daldalaa kun Bitootessa kana waggaa 22ffaa hojiidhaan ni kabaja!

Carraa daldalaa kanaan oomishni Itoophiyaan gara Gamtaa Awurooppaatti ergitu hundi (meeshaa waraanaa fi rasaasaan alatti) taarifaa fi kootaa irraa bilisa ta’a.

Kanaafis Itoophiyaan EU waggoottan 22 darbaniif gabaa bilisaa, gama tokkoon fi daangeffama malee Gamtaa Awurooppaatti galma ga’aa argatteetti.

Waa’ee carraa daldalaa EBA caalaatti baruuf link armaan gadii ilaalaa.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *