Itoophiyaan Ekspoo Buna Qaxar irratti hirmaachaa jirti

Itoophiyaan Agarsiisa Buna Addaa Idil Addunyaa Qaxar Dohaatti gaggeeffamaa jiru irratti dammaqinaan hirmaachaa jirti. Sagantaan kun har’a dabalatee guyyoota sadiif kan gaggeeffamu ta’a.

Maddi: 2 Merkato

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *