2023 Injifattoota Baankii Biyyaalessaa 30ffaa Giloobaal Faayinaansii beeksise.

Waggaa lammaffaaf walitti aansuun Baankiin Awaash baankota Itoophiyaa keessaa sadarkaa olaanaa argateera. Badhaasni kun Onkoloolessa 14, 2023 Yaa’ii Waliigalaa Baankii Addunyaa Morookoo magaalaa Karaachiitti gaggeeffamu irratti Baankii Awaashiif kan kennamu ta’a.

bal’inaan dubbisaa..

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *