Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa tajaajila invastarootaaf kennamu ammayyaa fi bu’a qabeessa akka ta’uuf hojiwwan adda addaa hojachaa jira. Gara fuulduraattis Inistiitiyuutii Misooma Industirii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin ta’uun sirni odeeffannoo walitti qabuu qulqullina olaanaa fi ammayyaa ta’e kan hojii deeggarsaa fi hordoffii Komishinichaa ammayyeessuuf gargaaru ni jalqabama.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *