umaalee gibira gatii dabalataa irraa bilisa ta’an

  • Meeshaalee fi tajaajiloota gibira irraa bilisa ta’an jechuun dhiyeessii gibira gatii dabalataa/gibira idilee ykn zeeroo kamiyyuu hin kaffalle jechuudha.
  • Kana malees, galmeen VAT waliigalaa gurgurtaa waggaa keessatti hin ilaalamu
  • Kaffalaan gibiraa tokko daldala guutummaatti gibira irraa bilisa ta’e irratti yoo bobba’e Gibira Gatii Dabalataaf kaffalaa gibiraa ta’ee hin galmaa’u.
  • Kaffalaan gibiraa tokko dhiyeessii walmakaa yoo raawwate. kana jedchuun dhiyeessii gibirri itti kaffalamuu fi gibirri irraa bilisa ta’e irratti yoo bobba’e dhiyeessii gibira irraa bilisa ta’eef gibira galtee irraa hir’ifama gaafachuu hin danda’u.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *