Komishinar Injinar Laliisee Namii fi Imbaasiin Chaayinaa Itiyoophiyaatti Ministirri Qonsilaa Yaang Yi Haang indaastiriiwwan oomishaalee gogaa oomishaa Paarkii Indaastirii Huajan daawwataniiru.

Komishinar Laliisee adeemsi oomisha paarkichaa kan addaan citee ture itti fufuu fi babal’inaaf fedhii agarsiisuu isaa dinqisiifachuun, mootummaan haala invastimantii mijataa uumuun paarkicha deeggaruun akka itti fufu mirkaneessaniiru.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *