Kabajamoo Mamoo Mihratu Daarektarri Olaanaa Baankii Giddugaleessa Chaayinaa waliin mari’ataniiru.

Bulchaan Baankii Biyyoolessaa Ityoophiyaa Maamo Mihratu Chaayinaa Beejiingitti Daarektarri Olaanaa Baankii Giddugaleessa Chaayinaa Jiin Zhongxia waliin mari’ataniiru. Kabajamoo Mamo Mihratu Diinagdee daran guddisuuf jecha hariiroo baankota giddugaleessaa lamaan gidduu jiru akkamitti cimsuu akka danda’amu irratti Fulbaana 23, 2023 Beejiingitti Daarektarri Olaanaa Baankii Ummata Chaayinaa Obbo Jiin Zhongxia waliin marii bu’a qabeessa taasisaniiru hariiroo Itoophiyaa fi Chaayinaa gidduu jiru.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *