Jilli daldalaa fi invastimantii Paakistaan daawwannaa ofiisaa guyyoota shaniif Addis Ababa seene.

mbaasaaddar Birtukan Ayyaanoo, Paakistaantti Ambaasaaddar Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Jamaal Baker fi Itti aanaan Komishinar Daani’eel Tarreessaa jila kana simataniiru.

Jilli miseensota 70 ol of keessaa qabu kun turtii isaanii keessatti qondaaltota mootummaa adda addaa waliin damee invastimantii fi dhimmoota kanaan walqabatan irratti mari’achuun carraa fi filannoowwan invastimantii biyya keenyaa qoratu jedhamee eegama.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *