“Chaayinaan hariiroo Gamtaa Afrikaa waliin qabdu cimsuu barbaaddi”-Ambaasaaddar Hu Chaangchun, Ergama Chaayinaa Gamtaa Afrikaatti

Chaayinaan hariiroo Gamtaa Afrikaa waliin qabdu daran cimsuu barbaaddi jedhan Gamtaa Afrikaatti Ambaasaaddarri Ergama Chaayinaa Hu Chaangchun.

Waggaa 60ffaan Dhaabbata Tokkummaa Afrikaa fi Guyyaan Gamtaa Afrikaa Gamtaa Afrikaatti Ergama Chaayinaa Gamtaa Afriikaa keessatti argamuun kabajameera.

Akka saganticha irratti hirmaatan Gamtaa Afrikaatti Ambaasaaddarri Ergama Chaayinaa kan ta’an Hu Changchun jedhanitti; Chaayinaan hariiroo gamtaa Afrikaa waliin qabdu gama diinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan cimsuuf fedhii qabdi. Chaayinaan hariiroo gama hedduu Afrikaa waliin qabdu cimsuuf tattaaffii taasiftu keessatti hojii faayidaa waliinii irratti hundaa’e akka raawwattus ibsaniiru.

Waggoota dhiyoo asitti Waltajjiin Tumsa Chaayinaa fi Afrikaa fi Inishiyeetiiviin Belt and Road hariiroo ummataa fi ummata Chaayinaa fi Afrikaa fi waljijjiirraa aadaa guddisuuf…

Maddi: EPD

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *