Komishinar Injinar Lalisee Namii Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Rippabiliika Cheek kan ta’an Kabajamoo Ambaasaaddar Morslav Kocek gorsaniiru.

Walta’iinsa biyyoota lamaanii cimsuuf hojiiwwan waliin hojjetamuu danda’an irratti marii bal’aa kan taasisan yoo ta’u, hojiiwwan guddina invastimantii tarsiimoo dameewwan invastimantii irratti xiyyeeffataniin invastaroota Cheek gara biyya keenyatti hawwachuuf waliin hojjechuun akka hojjetan mirkaneessaniiru.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *