EIC miseensa ofiisaa WAIPA ta’uu isaa gammachuu guddaadhaan isin beeksifna.

Gaaffii invastaroota keenya kabajamoo caalaatti guutuuf muuxannoowwan gaarii IPA hunda keessatti argaman irraa barachuuf carraa. EIC WAIPA fi biyyoota miseensa isaa waliin hojiiwwan invastimantii guddisuu, haala mijeessuu, kunuunsa boodaa, fi abukaatummaa irratti dursee ni bobba’a.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *